Yuurooppi(ilgalchoo)
ardii torbaan kessaa tokko dha. Yuurooppi fuulaa fi
ji'ooloojii
isheen fiixee dhiha
Peniinsulaa
Yureeshiyaa
yoo taatu, dhiha
Eshiyaatti
argamtii.
Dangaan
Yuurooppi
kan fakkaata.
Yuurooppiin addunyaa keessaa xiqqeenyaan lammaffaa yoo ta'u, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yookan addunyaa keessaa parsentii 2% qabata. Ardiin addunyaa keessaa Yuurooppi irra xiqqoo
Awustireliyaa
qofa. Baayyinaa ummataan garuu sadarkaa sadaffaarra jirti, kunis
Eshiyaa
fi
Afrikaatti
aanteti. Baayyini ummatta Yuurooppi 741,447,158 yookan ummata addunyaa keessaa parsentii 11% qabdi (2016).