Tokkummaa Koonyootaa Ameerikaa (
Oromoo
)
|
|
|
Ballina
|
9 373 967 km²
|
Baayyina ummataa
|
()
|
Tuuta'insa ummataa
|
/km²
|
Faaruu
|
|
Koodii lakkoofsa bilbilaa
|
+
|
Biyyi kun kolonii kudhan-sadeen
Gireet Biriiten
walitti qabatte, kolonoonni kuni immo billisumma isaani kan argattan "Declaration of Independence" ifa gochuun, kunis kan ta'e bara 1776, Waxabajjii 4tti (July 4).
Constitution
hardha kan itti argattan Fulbaana 17, 1787 yoo ta'u, achiin bodda "amendment" 27 bassu danda'anirru. Biyyi kun kan lafan babalatte bayyinan century 19ffa irratti, kunis biyyotta kan irra lafa fudhachudhan -
Firaansi
,
Meeksikoo
,
Ispeen
fi
Raashiyaa
. Achiin bodda United States biyyoota humna baayye qaban lamman kessa tokko ta'u dandeetterti, kunis
Waraana Addunyaa II
keessatti waan USn goote fi akkasumas
Meeshaa Niyuukileerii
(Nuclear weapon) isheen qabdu irra ka'erra. Ergaa
Soviet Union
kuftee booda, USAn humna addunyaa keessaa jabenyaan haftee tokkitti qoffa ta'u dandeesse. Akkasumas addunyaa keessatti
diinagdee
,
siyaasa
,
aadaa
fi
Militaryiin
adunya kessatti dursuni itti fufu jirtii.