Suwiiz Kanaal iin dandii harkan midhafame gudda kan dhiha Siinaa Peniinsuulaa (Sinai Peninsula) Ijiipti kessatti argamu dha. Dheerinni isaa 163 km (101 miles) fi ballinni isaa bakka itti qalatutti 300 m (984 ft) ta'a. Daandiin kuni immo Poorti Seyid (Port Seid) Galaana Meditiraaniyaanii keessatti argamu fi Suwiiz (Suez) Galaana Diimaa keessatti argamu jiddu ce'a.