Xiinneefka ykn Zoolojiin
qorannoo saayinsii
bineeldotaa
ti . Qorannoon isaa
caasaa
, micireee,
ramaddii
, amala, fi raabsa bineensota hunda, jiraataa fi badan, fi akkaataa isaan
sirnakkoo
isaanii wajjin walitti dhufeenya qaban of keessatti qabata. Xiinneefki dameelee
baayoloojii
jalqabaa keessaa isa tokkodha . Jechi kun afaan Giriikii durii ζ?ον z?ion (‘bineensa’), fi λ?γο? logos ('beekumsa', 'qorannoo').
Kunis afaan oromoon yoo hikkamuu Xiinneefka yoo ta'uu
xiin
jechuun qo'achuu ykn xiinxaluu yoo ta'uu,
neefka
jechuun immoo
bineelda
jechuudha