Vacuumiin bakka waan tokkolle ofii kessa hiin qabni dha kanafu dhibaan qillensa vacuum kessa jirru
Atmospheric Pressure
ni calla. Maqaan vacuum jedhamu kuni maqaa
Latin
vacuus
jedhamu irra dhufee,
vacuus
jechun immo
duwwa
jechu dha. Haa ta'u male bakki adunya kana kessa tokkollen duwwa mitti, manif? yoo jettanii vacuum kessayyu wanti lubbu hin qabne jirachu ni danda'a. Kanaf jechi afaan
Latin
vacuo
jedhamu jecha
vacuus
irra fayyadamu jalqabame.
Perfect vacuum
jechun vacuum dhibaa qillensa duwwa qabu yoo ta'u jechii kuni jecha
Philosophy
malee vacuumiin akka adunya kessatti hin argamu. Kunis sababa
quantum theory
iin, bakkii tokkollen hundumatti duwwa ta'u hin danda'u jedhufi.
Physicists
yeroo bayye jecha "vacuum" jedhamu kan diqqo gorsani fayyadamu. Jechaa "perfect vacuum" jedhamu kana salphatti "vacuum" yokan "
Free Space
jedhani fayyadamu. Haa ta'u malee vacuum sirritti hin jirra jedhame mirkana'e warri "partial vacuum" jedhe wamma.
Quality
iin vacuumii tokko akka dhihenna yokan wal-fakkattina
perfect vacuum
qabuu irratti hunda'e lakka'amma. Kan kessa dhibaan qillensa akka lakka
quality
vacuumii tokkotti fudhatama. Unittin dhibaa qillensa bayye fayyadatammu
torr
jedhama. Dhibaan diqqan
quality
gudda agarsisaa.
Quality
guddani vacuumiin qabachu danda'u
Quantum Mechanics
iin olka'amerra.
Outer Space
iin bakka umamman
quality
gudda qabu dha, kunii immmo vacuumii teknologii haraan midhafamu danda'an cuffa ni calla. Vacuumiin
quality
diqqa qaban kan harka naman midhafamani
suction
millennia fi fayyadamu.
Bara
Ancient Greek
jalqabee Vacuumiin akka wol-mormii
Philosophy
tti fayyadama turee, garuu qorannon isaa 17th Centuryitti jalqabe. Qo'annoni kunis kan jalqabee
theory
Evangelista Torricelli
kan
atmospheric pressure
jedhamu irra jalqabe. Vacuumiin Century 20 jalqabee akka mesha
Industry
fudhatame, kunis
light bulb
fi
vacuum tube
midhafamu jalqabe jenan. Achiin bodaa teknologyiin vacuun bayyen bekkamu jalqabe. Fayyadamu Vacuum
spaceflight
irra ka'e qo'anno godhameni, Vacuumiin fayya namaffi barbachisa dha jedhame yaddatama.