Union of European Football Associations
, kan yerro bayye maqqa yoo gababa
UEFA
jedhamun bekkamu (pronounced
Template:IPA
(you-AY-fuh) or
Template:IPA
(oo-Ay-fuh) or
Template:IPA
) kuni bulchaa fi kutta ilalla
kubba milla
(football (soccer))
Europeiit
. Kampaniin kuni kutta taphaa kubba milla
Yuurooppi
hunda ilallu yoo ta'u, kan qofaa osoo hin ta'in taphaa Europe biyya biraa wajjin ademsistu, tapha clubi, besse mo'achuf kenamu qabata, ademsa tapha fi mirgaa "media"n tapha kessatti qabdu bulchaa. Bulchotni tapha kubba milla
Eshiyaa
kessatti argaman bayyen isaani
Asian Football Confederation
osoo hin ta'in UEFA jalatti argamu. Biyyotni kuni immo
Isiraa'el
,
Saayippires
,
Armeeniyaa
,
Ji'oorjiyaa
,
Tarkii
,
Kaazaakistaan
,
Raashiyaa
fi
Azarbaajan
, haa ta'u malle Isiraa'el fi Kaazaakistaan miseensotta
AFC
turaan.
Saayippires
kutta kubaa milla
Europe
jalatti qodamu fillate malee, carra Yuurooppi,
Eshiyaa
fi
Afrikaa
taphachu qabu ture.
UEFAn qoqqodama
FIFA
ja'een kan ardii ja'atti argaman kessa guddicha dha. Confederation hunda calla jabbena qabenya fi adunya kessatti taphaa dhibaa gochuun tokkoffa dha. Taphattotti adunya guggudon bayyen "European league" kessa taphatu, kanaaf sababi tokko wa'ee leagotni guggudon Europe kessatti argaman
England
,
Firaansi
,
Xaaliyaanii
,
Ispeen
fi
Germany
waan qarshii bayye taphattotaf keenanif. Biyyotni guggudonis UEFA kessatti argamu. Bakka bana ta'e 32 kan
2006 FIFA World Cup
kessa, 14 buduni kubba milla UEFA jalatti argamanif kan kenname yoo ta'u,
FIFA World Ranking
irratti biyyotta gubba 20 kessa 16 miseensotta UEFAt.
UEFA kan itti hundeffame June 15, 1954 yoo ta'u, kan itti hundeffames anna
Basel
jedhamtu kan
Switzerland
kessatti argamtu kessatti. UEFAn kan dhabatte ergaa mariin
French
,
Italian
fi
Belgian FA
jidutti godhame booda. "Headquarters"iin isaa
Paris
kessa hanga bara 1959 kan ture yoo ta'u, achiin bodda UEFAn gara
Bernit
godanne.
Henri Delaunayn
General Secretary tokkoffa yoo ta'u
Ebbe Schwartz
immo peresdantii tokkoffa ture. Kuttan bulcha UEFA hanga bara 1995it
Nyon
,
Switzerland
kessa ture. Miseensotti UEFA biyyotta 25 turaan, amma garuu 53 dha. Isaanis gadii bu'i ilalli. UEFA presidantin amma
Michael Platini
dha.
UEFAn akka bulchaa biyyotta walitti qabamanit,
European Commission
wajjin wal-dhabii qaba turee. Waggotta 1990 jiraan kessatti UEFAn waan mirgaa television fi akkasumas
Bosman ruling
(wali-daldallu) irra kan ka'e serra Europe wajjin dhaquf jijjirama gudda gochu qabdi ture.