Shubbiisni
aartii agarsiisaa
kessaa tokko yoota'u sochii namaatiin akka mul’atuuf ykn itti gammaduuf kan raawwatamudha. Keessattuu sochii
wallee
waliin haala gaariin qindaa’eedha . Shubbiisni aadaa irraa gara aadaatti garaagarummaa kan qabu yoo ta’u aadaa tokkoon tokkoon keessaa gosoota shubbisaa adda addaa hedduutu jira.