Saayinsiin Hawaasaa
damee
saayinsii
guddaa fi akaakuu damee barnootaa isa guddaa yoo ta'u; kan inni irratti xiyyeeffatus hawaasaa fi hariiroo namoota hawaasa tokko keessa jiran giddu jiru irratti. Saayinsiin hawaasaa mataansaa damee baayyee qaba. Dameewwan kunis, mata isaanitiin akka saayinsii hawaasaatti ilaallamu. Dameewwan gurguddaan saayinsii hawaasaa
dinagdee
, ji'oogiraafii ummataa,
saayinsii siyaasaa
, dimoogiraafii fi xinhawaasummaadha. Ballifamee yoo ilaalamu, saayinsiin hawaasaa dameewwan hawaasumma kan akka
antiroppooloojii
,
arkiyooloojii
, seenaa, fi qorannoo afaanii dabalata. Jechi kun yeroo tokko tokko addatti
sosooloojii
, 'saayinsii hawaasaa' kan jalqabaa turee fi kan jaarraa 19ffaa keessatti dhaabbatee, ibsuufis tajaajilarra ni oola.
Saayinsiin dame haala nannoo keenyati.
Akkasumaa Abbaa afaan oromoo jaarraa digdaamii tokkooffaa Piroofeesar Yuusuf Abdallaa Adamee