ozone layer
yokan
ozonosphere layer
(maqqa yeroo bayye hin fayyadatamne), kutta lafaa kan
ozone
(O
3
) bayye qabu dha. "Relatively high" (million kessa waan diqqo qabachu) yoo ta'u, atmosferra jalatti argamu calla walitti kan qabame ta'ulle yoo kuttalle atmosferra durra wajjin walitti ilallani walitti-kufama (concentration) bayye diqqa qaba. Bayyinan kan argamu jalla
stratosphere
yoo ta'u tilmamaan 15 km hangaa 35 km laffa irra olii ka'e argama. Ji'a ji'anni fi bakka bakkan furdinni ozone jijjirama demma. Ozone layeriin kanitti argamme bara 1913
Physicst
French
Charles Fabry
fi
Henri Buisson
jedhamaniin. Fakkii fi qabenyi ozone ballinan kan iffa ta'e
British
meteorologist
G. M. B. Dobson
jedhamu kan
spectrophotometer
salpha midhasee. Meshan kunis stratospheric ozone lafa irra akka lakka'an qarqarra. Bara
1928
fi
1958
jiddutti Dobsoniin
network
adunya kan ta'e
station
wa'e ozone hojjattu dhabee,
station
ii kunis hanga amma ni hojjatta. "
Dobson unit
" kan jedhamu unitiin lakka bayyina ozone maqqa isaan moggafame.
Wikimedia Commons on Ozone layer