한국   대만   중국   일본 
Bizinasii - Wikipedia Jump to content

Bizinasii

Wikipedia irraa

Bunaqa ykn Bizinasii ykn Seedannoo oomisha (kan akka meeshaalee fi tajaajila ) oomishuuf ykn bitachuu fi gurguruun jireenya ofii argachuu ykn maallaqa argachuudha. Akkasumas "sochii ykn dhaabbata bu'aa argachuuf seene kamiyyuudha."