Ayooniin ykn Guuttiiqni
buxusa
ykn
maddarroo
guuttii
qabudha. Waan
guutta'eef
naannoo elektirikii ni socho'a. Atoomonni
pirootonoota
guuttiin
eeyyoo qaban,
elektiroonota
guuttii
seelkataa qaban fi niwutiroonii
guuttii
himbaabsawaa irraa hojjetamu . Ayoononni pirootoonii fi elektiroonota baay’ina wal hin qixxaanne waan qabaniif guuttii ta’u.
Atoomii ykn molakiyuulii irraa guuttiiqa hojjechuun
ayoonisaayizeeshinii ykn guuttiiqoomsuu
jedhama . Ayoononni lamaa fi isaa ol walitti makamanii
mirroo keemikaalaa
uumuu danda'u . Walitti hidhamiinsi ayoonota gidduu jiru
hidhoo ayoonii
jedhama .
guuttiin pirootonii irratti argamu +1 (guuttii eeyyoo) jedhamee filatama. guuttiin elektiroonii irratti argamu guuttii pirootonii irratti argamuun faallaa dha. guuttiin elektiroonii irratti argamu -1 (guuttii seelkata) dha. Atoomiin ayoonisaayizii ta’e kutaa lama, tokko eeyyoo, tokko immoo guuttii seelkata taasisa. Fakkeenyaaf, atoomiin haayidiroojiinii niwutraal pirootoonii tokkoo fi elektiroonii tokko qaba. Atoomicha ayoonii gochuun bakka lamatti isa cabsa: (1) guuttiiqa haayidiroojiinii guuttii eeyyoo qabu, H+ (2) elektiroonii guuttii seelkata qabu.
Dhangala'aan ayoonota qabu elektiroolayitii jedhama . Gaasiin ayoonota baay'ee qabu
pilaasmaa
jedhama . Yeroo ayoononni socho’an
elektirikii
jedhama . Fakkeenyaaf, sibiilaa keessatti ayoononni sibiilaa hin socho’an, garuu elektiroononni akka elektirikiitti socho’u. guuttiiqa pozaatiivii fi guuttiiqa negaatiivii waliin ni socho’u. Ayoononni chaarjii walfakkaataa qaban lama addaan ni socho’u. Yeroo ayoononni socho'an
dirree maagneetiis
ni uumu .
Ayoononni baay’een halluu hin qaban. Elementiiwwan gareewwan gurguddoo
Gabatee Peeriyoodii
keessatti argaman ayoonota halluu hin qabne uumu. Ayoononni tokko tokko halluu qabu. Sibiilonni ce’umsaa yeroo baay’ee ayoonota halluu qaban uumu.
Fiiziksii
keessatti tambiileen buxusaa(atomic nuclei) guutummaatti ayoonaa'e/guuttiqe
suuddoo guutta'oo
qabu jedhamu . Isaan kun kanneen madaana alfaa keessa jiranidha .
Ayoonaayizeeshiniin kan ta’u atoomotaaf anniisaa olaanaa kennuudhaani. Kunis kan raawwatamu voolteejii elektirikii fayyadamuun ykn
madaana guuttiqeessaa
anniisaa guddaa qabuun ykn
ho’a
ol’aanaadhaan .
guuttiiqni salphaan
atoomii tokko irraa uuma.
Ayoononni atoom-danee
atoomota baay’ee irraa uumamu. Ayoononni pooliyaatoomii yeroo baay’ee atoomota sibiilaa hin taane hunda of keessaa qabu. Garuu yeroo tokko tokko guuttiiqa poliyaatoomii atoomii sibiilaa qabaachuu danda’a.
Guuttiqoonnii pozaatiivii
dhundhuliqa(kaatiyoonni)
jedhamu . Isaanis gara dhundhultuu(cathodhe) ( utubaa baatrii guuttii seelkataa)tti harkifamu. Ayoononni sibiilaa salphaan hundi dhundhuliqoota.
Ayoononni negaatiivii
korsiiqa(anion)
jedhamu. Isaanis gara korsiiftuu (utubaa baatrii chaarjii pozaatiivii)tti harkifamu. Ayoononni salphaan sibiilaa hin taane hundi (H
+
, kan
pirootonii
ta’e irraa kan hafe) ayoonota dha.
Sibiilonni ce’umsaa dhundhuliqa salphaa tokkoo ol
guuttii
adda addaa qaban uumuu danda’u.
Ayoononni baay’een isaanii chaarjii 4 gadi kan qaban yoo ta’u, tokko tokko garuu chaarjii ol’aanaa qabaachuu danda’u.
Afaan
Giriikiitiin ayoon akka jecha "mitiqa ykn deemuu" jedhuuti. "Anion" fi "cation" jechuun "ol-ba'aa" fi "gadi-bu'aa" jechuudha. "Anode" fi "cathode" "olbaaftuu" fi "gadbuuftuu" dha.
Common cations
Common name
|
Formula
|
Historic name
|
Simple cations
|
Aluminium
|
Al
3+
|
|
Barium
|
Ba
2+
|
|
Beryllium
|
Be
2+
|
|
Calcium
|
Ca
2+
|
|
Chromium(III)
|
Cr
3+
|
|
Copper(I)
|
Cu
+
|
cuprous
|
Copper(II)
|
Cu
2+
|
cupric
|
Hydrogen
|
H
+
|
|
Iron(II)
|
Fe
2+
|
ferrous
|
Iron(III)
|
Fe
3+
|
ferric
|
Lead(II)
|
Pb
2+
|
plumbous
|
Lead(IV)
|
Pb
4+
|
plumbic
|
Lithium
|
Li
+
|
|
Magnesium
|
Mg
2+
|
|
Manganese(II)
|
Mn
2+
|
|
Mercury(II)
|
Hg
2+
|
mercuric
|
Potassium
|
K
+
|
kalic
|
Silver
|
Ag
+
|
argentous
|
Sodium
|
Na
+
|
natric
|
Strontium
|
Sr
2+
|
|
Tin(II)
|
Sn
2+
|
stannous
|
Tin(IV)
|
Sn
4+
|
stannic
|
Zinc
|
Zn
2+
|
|
Polyatomic cations
|
Ammonium
|
Template:Chem
|
|
Hydronium
|
H
3
O
+
|
|
Mercury(I)
|
Template:Chem
|
mercurous
|
|
|